Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa muudama Boordii raawwii qorannoo labsii yeroo ariifachiisaa sagalee caalmaan raggaasise

Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa waltajjii addaa har’a taa’een, muudama Boordii raawwii qorannoo labsii yeroo ariifachiisaa sagalee caalmaan raggaasiseera.

Manni Marichaa tatamsa’ina dhibee vaayrasii koronaa too’achuuf boordii kana kan hundesse miseensa Mana marichaa keessayi.

Haaluama Kanaan;

1. Obbo Pheexiroos Waldasanbat ——– Walitti Qabaa Boordii
2. Obbo Tasfaayee Dhaabaa ———— Walitti Qabaa Itti Aanaa
3. Aadde Faantayee Wandimmuu ——- Miseensa
4. Obbo Shukurii Mahaaddiin——– Miseensa
5. Dooktar Biruuk Laaphisoo ———- Miseensa
6. Aadde Moominaa Mohaammad———- Miseensa
7. Obbo Bashaadaa Gammachuu qorataa miseensa boordichaa ta’uun moggafamaniiru.

Muudamni miseensota boordii kanas sagalee mormii 12 fi sagalee hin kennamne 5 sagalee caalmaan ragga’eera.

Miseensonni boordii qorannoo waadaagalaniiru.

Tajaajila Oduu Ityoophiyaatu gabaase.

Comments (0)
Add Comment