Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii yeroo ariifachiisa Manni Maree Ministeeroota baase raggasise

Finfinnee, Onkololeessa 26, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii yeroo ariifachiisa Manni Maree Ministeeroota baase raggasise.

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee isaa guyyaa har’aa gaggeesseen mana maree ministeerootaa heera mootummaa fi sirna heera mootummaa balaa irraa ittisuuf labsii ariifachiisaa baase fudhachuun raggaasiseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

Comments (0)
Add Comment