Manni Maree Bakka bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesa 11ffaa boru ni gaggeessa

Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesa 11ffaa bara hojii 5ffaa guyyaa boruu ni gaggeessa.

Manni marichi walga’iisa guyyaa boruun gabaasa raawwii karoora baatii 6 bara baajata 2012 Abbaa Alangee Waliigala ni dhaggeeffata.

Kanarra kan darbe wixinee labsii fooyya’insa siivili aviiyashinii dhiyaate qorachuun akka raggasiisu ragaan mana maricharra arganne ni muldhisa.

Comments (0)
Add Comment