Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee 14ffaa bara hojii 5ffaasaa booru ni gaggeessa

Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FCB) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee 14ffaa bara hojii 5ffaasaa booru ni gaggeessa.

Manni marichaa walga’ii guyyaa booru gaggeessu kanaan:

1/Qaboo yaa’ii walga’ii idilee 5ffaa bara hojii 13ffaa,

2/Muudama ministirootaa,

3/ Muudama koomiishinara Koomiishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa,

4/ Miseensota boordii Eejansii Preesii Ityoophiyaa qorachuudhan ni mirkaneessan eegama.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment