Manni barumsaa bultii addaa guyyoota 40 keessatti Birrii miiliyoona 10 ijaarsifame eebbifame

Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Godina Jimmaa aanaa Shabbee Sombootti manni barumsaa bultii addaa guyyoota 40 keessatti Birrii miiliyoona 10 ijaarsifame eebbifame.

Manni barumsichaa baasii Waldaa Misooma Oromiyaan kan ijaarame yoo ta’u bakka  walitti qabaan boordii waldichaa Abbaa Duulaa Gammadaa argamanitti eebbifameera.

Tamasgeen Allabbaachawtu gabaase.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment