Manni Barumsa Bultii Addaa Maqaa Artist Haacaaluu Hundeessaatti Mogga’e Ijaarsisaa Saffisaa Jira

Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Manni Barumsa Bultii Addaa Maqaa Artist Haacaaluu Hundeessaatti Mogga’e Ijaarsisaa Saffisaa Jira.
Akka Oromiyaatti Mana Barumsaa Bultii Addaa 7 ijaaramaa jiran keessaa kan Magaalaa Ambootti ijaaramu isa tokko.
Manni Barumsaa Bultii Addaa kun Artist Haacaaluu Hundeessaaf siidaa akka ta’uuf maqaa isaatti waamama.
Manni barumsichaa bara barnootaa 2014tti hojiitti akka galuuf hojjetamaa jira jedhameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment