Manni Amantootaa Guutuu Wangeelaa Ityoophiyaa buqqaatota Matakkaliif deeggarsa nyaataa taasise

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Manni Amantootaa Guutuu Wangeelaa Ityoophiyaa buqqaatota Matakkaliif deeggarsa nyaataa baasii Birrii miiliyoona 2 taasiseera.
Itti Aanaa Preezdaantii Mana Amantootaa Guutuu Wangeelaa Ityoophiyaa Soortuu Lawayahuu Sinishaaw akka ibsanitti, deeggarsichi lammiilee godina Matakkalirraa buqqa’aniif akka oolu himaniiru.
Waliigalaan deeggarsa nyaataa kaartoonii 425 kan taasifame yoo tahu, daa’imman kuma 5 fi 100 akka walgahu eeraniiru.
Itti Aanaa Godina Matakkal obbo Tsahaay Guyyoo deeggarsa taasifame galateeffaraniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment