Manni Amantaa Kiristiyaanaa Qaala Hiyiwat lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 43 taasiifte

Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Komishiniin Misoomaa Mana Amantaa Kiristiyaanaa Qaala Hiyiwat Ityoophiyaa lammiilee sababoota garaagaraan qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 43 taasiifte.
Komishinarri Komishinii Misoomaa Mana Amantaa Kiristiyaanaa Qaala Hiyiwat Ityoophiyaa Dooktar Tafarraa Taalooree manni mantichaa lammiilee sababa waraanaan Godina Walloo Kaabaa fi Kibbaatti sababa nageenyaan buqqaniif deeggarsa meeshaalee nyaataa Birrii miiliyoona 43 olitti tilmaamamu taasiisuu Faanaa Broodkaastiing Korporeetiif himaniiru.
Deeggarsichi kutaalee hawaasaa kuma 15 giddu galeessa kan taasiisuu ta’uu eeraniiru.
Isheetuu Waldamikaa’eeltu gabaase.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment