Manni Amantaa Kiristaanaa Ortoodoksii Hindi boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibse

Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC)- Manni Amantaa Kiristaanaa Ortoodoksii Hindi boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibseera.

Paatriyaarkiin Mana Amantaa Kiristaanaa Ortoodoksii Hindi Baasiliiyoos Maartoomaa Abuna Maateewoos, Mana Amantaa Tawaayidoo Ortoodoksii Ityoophiyaatti Paatriyaark 4ffaan kan ta’an Abunee Marqooreewoos boqochuusaaniif gadda itti dhaga’amee ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment