Manni Amantaa Kaatoolikii Ityoophiyaa lammiilee miidhamaniif deeggarsa taasise

Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Manni Amantaa Kaatoolikii Ityoophiyaa naannoo Amaaraatti lammiilee garee shororkeessaa ABUTiin miidhamaniif deeggarsa taasise.

Manni amantichaa lammiilee gocha garee shororkeessaa ABUTiin miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii Miiliyoona 3 fi kuma 400tti shallagamu taasisuu AMCn gabaaseera.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment