Manneen waliinii barsiisootaaf kiraan dabarfamee ture gurgurtaan akka dabarfamuuf murtaa’e

Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC) – Manneen walinii Barsiisootaa fi Hoggansa Barnootaaf kiraan dabarfaman ture gurgurattaan akka dabarfamuuf kaabineen Magaalaa Finfinnee murteesse.

Barsiisoota bulchiinsa magaalichaa jalatti argaman kuma 5f manneen jireenyaa waliin kiraan laatamuun kan yaadatamuudha.

Manneen jireenyaa waliinii kunneen gurgurtaan barsiisootaaf akka darbu kaabineen magaalichaa murteessuu ragaan Biiroo Barnootaa Bulchiinsa magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment