Manneen Maree Godinaalee Ollaa Naannoo Kibbaa garaagaraa naannoo ta’anii gurmaa’uuf  murtoo dabarsan

Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Manneen Maree Godinaalee Ollaa Naannoo Kibbaa garaagaraa naannoo ta’anii gurmaa’uuf murtoo dabarsaniiru.

Manni Maree Godina Goofaa Yaa’ii idilee 5ffaa bara hojii 9ffaa marsaa 4ffaa gaggeessaa jira.

Manni Marichaa yaada Godinaalee fi aanaalee ollaa naannoo Kibbaa waloon gurmaa’uun naannoo ta’uu dhiyaate sagalee guutuun raggaasiseera.

Bifuma walfakkaatuun Manni Maree Godina Silxee Yaa”ii idilee 22ffaa marsaa 4ffaa yaada murtoo naannoo ta’uun gurmaa’uu dhiyaaterratti mari’achuun raggaasiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment