Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC) – Manneen hojii Federaalaa dhimmoota sirreessuu fi cimsaanii itti fufsiisuu qaban gamaaggama raawwii hojii guyyoota 100 gaggeeffameen adda baasuun danda’ameera jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Gamaaggamni raawwii hojii guyyoota 100 dhaabbilee Federaalaa guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurameera.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dhaabbilee kunneen dhimmoota sirreessuu fi cimsanii itti fufuu qaban jala muruun hubachiisuu isaanii ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.