Manneen barnootaa sababa waraanaan barbadaa’aan keessaa %50 hojii eegalan – Ministeera Barnootaa

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2015 (FBC) – Manneen barnootaa sababa waraanaan barbadaa’aan keessaa %50 hojii eegaluu Ministeerri barnootaa beeksiise.

Manneen barnoootaa miidhaman hundi adeemsa baruu fi barsiisuu akka eegalan qooda fudhattoota waliin hojjetamaa jiraachuu ministeerichi gabaasa raawwii walakkaa waggaa bara 2015 dhiyeesseen himeera.

Manneen barnootaa barbadaa’aan kuma 1 fi 335 keessaa %50 hojii eegaluu isaanii ibseera.

Barattoonni kutaa 12ffaa haala hannaarraa bilisa ta’een qormaata akka fudhatan taasiisuuf hojii hojjetameen bu’aa jajjabeessaan argamuu himeera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
AFeesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment