Manneen Barnoota sagantaa misoomaa guddina daa’imummaa hojiirra oolchan daawwataman

Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Ittaanaan Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbay, Manneen Barnootaa Sagantaan Misoomaa Guddinaa Daa’imummaa hojiirra oolchan daawwataniiru.

Obbo Jaanxiraar Waajjira Kutaa Magaalaa Nifaas Silki Laaftootti Gidduugala Olmaa Daa’immannii ijaaramee eebbisisuu ragaan Koominikeshinii Magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Guddina waliigala Da’immannii irrattii daran hojjechuuf sagantaan Misoomaa Guddinaa Daa’imummaa Magalaa Finfinneetti hojiira oolaa jiraachuun ibsameera.

Sagantichaarraatti haadhooliin yeroo ulfaa irraa eegaluun gorsuu fi daa’umsaa booda sirna nyaataa daa’immanii fi kunuunsaa taasisuu qaban irrattti hubannoo saayinsawaa uumuun hojiiraa oolaa jiraachuun eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment