Mana nama dhuunfaa keessaatti maallaqni sobaa kumni dhibbi 1 fi kumni 12 argame

Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC) – Mana nama dhuunfaa keessaatti Noottiin Birrii sobaa kumni dhibbi 1 fi kumni 12 argamuu ibsameera.
Bulchiinsa saba Waagumraa aanaa Tsaagbijiitti mana mana dhuunfaa keessatti maallaqni sobaa birriin kumni dhibbi 1 fi kumni 12 argamuu Poolisiin beeksiiseera.
Shakkamaan yeroof kan miliqe yoo ta’u, poolisiin hordoffii taasiisaa jiraachuu himameera.
Maddi:-TOI
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment