Mana Amantaa Ortodoksi Tawaahidootti Phaaphaasiin kutaa lallabaa Iluu Abbaa Boor Abunee Mikaa’eel boqotan

Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) – Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksi Tawaahidootti Phaaphaasiin kutaa lallabaa Iluu Abbaa Boor Abunee Mikaa’eel boqotaniiru.

Abunee Mikaa’eel dhibee isaan muudateen yaallamaa turuun guyyaa har’aa du’aan addunyaa kanarraa boqochuu ragaan miidiyaa Mana Amantaa Ortodoksi Tawaahidoorraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment