Magaalota Oromiyaa garaagaraatti hiriirri balaaleeffannaa ABO Shanee gaggeeffame

Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Magaalota Oromiyaa garaagaraatti hiriirri balaaleeffannaa ABO Shanee fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffameera.
Jiraattoonni magaalaa Roobee, Sabbataa, Bishooftuu,Adaamaa, Buraayyuu, Laga Xaafoo Laga Daadhii fi Sulultaa Hiriira ba’uun gochaa ABO Shanee fi garee ABUT balaaleffataniiru.
Jiraattoonni kunneen deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf qaban dhaadannoo garaagaraan dhageessiisaniiru.
Ifaa Dalasaa fi Zufaan Kaasahuuntu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment