Magaalota naannoo Oromiyaatti Onkololeessa 24,guyyaa haleellaan Raayyaa Ittisaa raawwate yaadatan

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Magaalaa Shashamannee, Baatuu fi Jimmaatti Onkololeessa 24,guyyaa gareen Shororkeessaa ABUT haleellaa Raayyaa Ittisaa raawwate yaadataniiru.

JIiraattoonni, Hojjattoonnii fi Hoggantoonni Bulchiinsa magaaloo kanneen duungoo ibsuu fi yaadannoo saammuu taasiisuun guyyaa kana yaadataniiru.
Baatuu Onkoloolessaa 24 guyyaa haleellaan raayyaa ittisa biyyaa Ajaja kaabarratti raawwatame dungoo qabsiisuun yaadatan.

Guyyaa kana yeroo yaadannus olaantummaa biyya keenyaa kabajichiisuu fi aggaammii diinni biyyarratti raawwachaa jirtu qolachudhaan gumaa gootota keenyaa baasuuf kutannoo xiiqii fi tokkummaan ka’uu qabna jedhan.

Abdallaa Amaanii fi Abdurahmaan Mahammaditu gabaase.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment