Magaalota Maqalee fi Maaycootti tajaajiili sagalee mobaayilaa eegale

Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Magaalota Maqalee fi Maaycootti tajaajiili sagalee moobaayilaa eegaluu Ityoo-Teeleekoom beeksise.

 

Humna filannoo biraa fayyadamuun magaalaa Maqaleetti tajaajilli sagalee moobaayilaa eegaluu ibsameera.

 

Tajaajilichi sababa humnaan adda ciccituu waan danda’uuf rakkicha furuuf Tajaajila elektirikaa Ityoophiyaa waliin hojjetamaa jiraachuu Ityoo –Teeleekoom ibseera.

 

Torbee tokko dura Daanshaa, Taarkaan, Humaraa, Shiraaroo, Maaykaadiraa fi Kooramitti walakkeessaan tajaajila laachuun eegaluun isaa ni yaadatama.

Allaamaaxaarratti ammoo guutumaan guutuutti tajaajilli teeleekoom eegaluun isaa kan  yaadatamuudha.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment