Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Magaalaa Bishooftuu Fi Magaalaa Mojootti hirirri deeggarsa injifannoo jijjiiramaan argamee itti fufsiisuu gaggeeffamaa jira.
Hiriiricharratti injifannoo Bitootessa 24, 2010 as galmaa’anii fi milkaa’inaa jiru itti fufsiisuuf deeggarsaa taasisuuf dhaadannoowwan garaagaraa jiraattotaa magaalotaa kanneenniin calaqqisiifamaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.