Magaaloota Nageellee fi Shaakkisootti uffataaleen kontiroobaandii boondaa 391 fi kanneen biroon to’annaa jala oolaan

Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Magaaloota Nageellee fi Shaakkisootti uffataaleen kontiroobaandii boondaa 391 fi kanneen biroon to’annaa jala ooluu Poolisii beeksiseera.

Itti aanaan daayreektara ittisa yakkaa fi qajeelcha poolisii godina Gujii Saajiin Olaanaa Guutama Saafuu akka ibsaniiti, uffataleen kontiroobaandii boondaa 391 fi kanneen biroon kaleessaa halkan to’annaa jala ooluu ibsameera.

Kanneen to’annaa jala oolaan keessas uffataaleen to’annaa jala oolaan keessaa, shittoo kaartoonii 3, raayidoon 4, televiizhinoota abbaa halluu 27, kophee kuntaalaa 2, rifeensa namtolchee dubartootaa kuntaala 4 keessaatti akka argamuu ibsameera.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

Comments (0)
Add Comment