Magaaloonni Taantaa, Maashaa fi Waagiddi humna elektirikaa argatan

Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Magaaloonni Taantaa, Maashaa fi Waagiddi humna elektirikiaa addaan citee ture argachuu Tajaajilli Humna Elektirikaa Amaaraa beeksiseera.

Magaaloota bu’uraaleen misooma elektirikaa jala barbada’ee sararootaa fi utubaa suphuun humna elektirikaa akka argatan taasifamaa jira.

Kanaafis magaaloota bilisa ba’an Taantaa, Maashaa fi Waagiddi humna elektirikaa akka argatan taasifamuu ragaan Tajaajila Humna Elektirikaa Ityoophiyaarra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment