Magaaloonni Makaanasalaamii fi Kalaalaan humna elektirikaa argatan 

Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) – Magaaloonni Makaanasalaamii fi Kalaalaan humna elektirikaa adda cite ture argachuusaanii Humni Elektirika Ityoophiyaa beeksiseera.

Gareen shororkeessaa ABUT bu’uraalee misooma elektiriki magaaloota kanneenii barbadeessuun ibsameera.

Sararoota elektirikaa magaaloota kanneen suphuunis humna elektirikaa akka argatan taasifameera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna..

 

 

 

 

 

Comments (0)
Add Comment