Magaalonni Koonii fi Wagal Xeenaan tajaajila humna elektirikaa argatan

Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Magaaloonni Kooniifi Wagal Xeenaan tajaajila humna elektirikaa adda citee ture deebisaani argataniiru.
Tajaajilli Elektirkaa Ityoophiyaa akka beeksisetti, Magaalli Koonii Godinaa Walloo Kaabatti argamtuu fi magaalli Wagal Xeenaa Godinaa Walloo Kibbaatti argamtuu sababa garee shororkeessa ABUTn tajaajila humna Elektirikaa addaan citee ture deebisaani argataniiru.
Garee shororkeessa ABUT’n bu’uuralee misooma garaagaraa barbadeessuunii fi saamuun miidhaa guddaa qaqqaabsiisuus isasaas Tajaajilli Elektirikaa Ityoophyaa beeksiiseera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment