Magaalichatti Shakkamtoonni gareen gurmaa’uun yakkoota garaagaraa hojjetan 51 to’ataman

Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Shakkamtoonni gareen gurmaa’uun yakkoota garaagaraa hojjetan 51 to’atamuun qorannoon irratti gaggeeffamaa jiraachuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.

Shakkamtoonni kunneen hanna bu’uuraalee misoomaa garaagaraa fi hannaa “shuwaashuwaa” jedhamurratti gurmaa’uun yakka raawwachaa turuu Poolisii magaalaa Finfinneetti Daayrektarri Daayrektoreetii yakkoota qindaa’oo fi garaagaraa Koomaandar Alamaayyahu Ayaalqeen ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment