Magaalichatti qabiyyee lafaa mootummaa hektaara kuma 3 fi 600 oliif kaartaan diijitaalaa qopha’aa jira

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti qabiyyee lafaa mootummaa hektaara kuma 3 fi 600 oliif kaartaan diijitaalaa qopha’aa jiraachuu Korporeeshiniin Misoomaa fi Baankii Lafaa Federaalaa ibseera.

Daayreektarri olaantuun Korpooreeshinichaa Leensaa Mokkoonnin akka ibsanitti, sadarkaa biyyoolessaatti qabiyyeen lafaa heektarri miiliyoona 4.6 ol Mootummaa Federaalaa jalatti argamu.

Qabiyyeewwan lafaa kunneen sirnaan faayidaarra oolu dhabuusaanii kan ibsan daayreektirittin, faayidaawwan diinagde biyyattif laatamuu qaban akka laatamnee taasisuu hubachisaniiru.

Magaalichatti qabiyyee lafaa mootummaa hektaara kuma 3 fi 600 oliif kaartaan diijitaalaa qopha’aa jiraachuu himaniiru.

Maddi:-TOI

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment