Magaalichatti lammiilee harka qalleeyyii kuma 424 oliif maaddiin qoodame

Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Qaammee 3 guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyii kuma 424 oliif maaddiin qoodameera.

Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen
lammiilee harka qalleeyyii, maanguddoota, Qaama miidhamtootaa fi namoota biyyaaf oolmaa oolan kuma 424 oliif maaddii qoodaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment