Magaalichatti iddoowwan bittaa fi gurgurtaa 108 fi oomishni qonna dabalataa qophaa’eera

Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti iddoowwan bittaa fi gurgurtaa 108 fi oomishni qonna dabalataa kuntaalli kumni dhibbi 2 fi kumni 50 qophaa’uu itti aantiin kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen ibsaniiru.
Qaala’insaa jireenyaa mudaataa jiru tasgabbeessuuf keessaayuu bu’aa qonnaa kan ta’ee oomishaa, omishaalee fuduraa fi muduraa akkasumas dhiyeessi bu’aawwan loonii kan ta’aan killee caalmaan fooyyeesuun shooraa olaanaa qaba jedhaniiru.
Kanaafis iddoowwan bittaa horii dhaabbii 56 akkasumas kutaa magaalaa hundaatti iddoowwa gurgurtaa 52 ol hojii eegaluu aadde Adaanach Abeebee fuula Feesbuukiirraati ibsaniiru.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment