Magaalichatti hojii shororkeessummaatif ooluuf kan ture gajaraan kumni 10 ol to’annaa jala oole

Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)-Hojii shororkeessuummaatif ooluuf kan ture gajaraan kumni 10 ol to’annaa jala ooluu Kutaa magaalaa Addis kataamaatti buufanni poolisii naannoo Markaatoo beeksiseera.

Gajaarichi guyyaa kaleessaa sa’aatii 8 eeruu uummataatin giddugala gabaa Xaanaa Markaatoo cinaatti kan argamuu Gamoo Adimaas jedhamu keessaatti kan qabamedha.

Ergama badii garee shororkeessisoota raawwachuuf iddoowwan garagaratti namoonni socho’aan saaxiluuf hawaasni humnoota nageenyaa waliin qindoominaan hojiin hojjetaa jiru cimee akka itti fufuu waamichi dhiyaateera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment