Magaalichatti duulli Talaallii Pooliyoo eegale

Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti duula Talaallii Ittisa dhibee Pooliyoo eegalameera.

Daa’immaan umrii waggaa 5 gadii ta’an kuma 628 oliif Talaallii Ittisa Dhibee Pooliyoo kennuuf Hogganaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Dooktar Yohaannis Caalaan har’a duulicha ifatti eegalchiisaniiru.

Duulli Talaallii kun har’aa eegalee hanga Fulbaana 30, 2017tti kan turu ta’uu Dooktar Yohaannis ibsuu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment