Magaalichatti baatiiwwan jahan darbanitti jiraattoota kuma 200 fi kuma 29 fi 370f carraan hojii uumameera – Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Amajjii 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiiwwan jahan darbanitti jiraattoota kuma 200 fi kuma 29 fi 370f carraan hojii uumamu Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee.
Carraawwan hojii uumaman keessaa kuma 100 fi kuma 79 dhaabbiin yoo ta’u, jiraattoonni fayyadamoo ta’an ammoo 79% dargaggootaa fi 48% shamarranidha.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment