Finfinnee, Caamsaa 8, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti agarsiisni Maaddii Guutuu gaggeeffamuu eegale.
Agarsiisichi Komishinii Qotee Bulaafi Misooma Qonna Magaala bulchiinsa magaalichaan qophaa’uu eerameera.
Agarsiisichi mata duree “Soorata Keenya Qe’ee keenyarraa” jedhuun Gola Hambaa Saayinsiitti gaggeeffamaa kan jiru yoo ta’u, bu’aaleen oomisha qonnaa garaagaraa agarsiisaaf dhiyaachuu TOI gabaaseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.