Magaalaan Bishaan Gurraachaa lammiilee Godina Baalee Bahaatti Hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiise

Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Bishaan Gurraachaa horsiisee bultoota Godina Baalee Bahaa hongeetiin miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa taasiseera.
Magaalichi horsiise bultoota Godina Baalee Bahaa hongeen miidhamaniif deeggersa midhaan Nyaata kuntaala 200 olitti tilmaamamu taasiseera.
Deeggarsi kutaa hawaasaa garaagaarraarraa walitti qabame yeroo ammaa gara Godina Baalee Bahaa geejjibsiifamaa jiraachuu ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii bulchiinsa magaalaa Bishaan Gurraacharraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment