Magaalaa Walisootti Pirojektoonni Misoomaa garaagaraa eebbifaman

Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Walisootti Pirojektoonni garaa garaa Birrii miiliyoona 113 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifamaniiru.

Magaalichatti pirojektoonni haaraa fi buleeyyiin 17 baajata Mootummaa fi hirmaannaa ummataan ijaaraman xumuramuun tajaajilaaf banamaniiru.

Pirojektoonni kunneenis daandii dhagaa Koobilii KM 1.78 bo’oo lolaa, riqicha, Kilaastara furdisaa loonii , Indaastirii Godoo1 Seensa Magaalaa fi bakka bashananaa ta’uun ibsameera.

Lalisee Tasfaayeetu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa
bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment