Magaalaa Shashamannee fi Bishaan Gurraachaatti hiriirri balaaleeffannaa ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame

Finfinnee, Onkoleessa 26, 2014 (FBC) -Jiraattoonni Magaalaa Shaashamannee fi Bishaan Gurraachaa hiriira  deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi balaaleffanaa garee shororkeessaa ABUT gaggeessan.

Namoonni hiriira kanarratti hirmaatan dhaadhannoowwan garaa garaa dhageessisaniiru.

Ityoophiyaan dhiibbaa biyya alaatiin hin diigamtu,awwaala diina ishee irratti Ityoophiyaa guddittii ni ijaarraa dhaadannoowwan jedhu dhageessisaniiru.

Jiraattoonni Bulchiinsa Magaalaa Bishaan Gurraachaas gochaa badii gareen Shoroorkeessaa ABUT fi Shaneen biyya diiguuf hojjetaa jiran hiriira ba’uun balaaleffataniiru.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment