Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhitti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti mariin hawaasaa gaggeeffamaa jira.

Ministira Ministeera Indastirii Obbo Malaakuu Allebal, Itti Aanaa Pireezidaantii mootummaa naannoo oromiyaatti Obbo Awwaluu Abdii, Pireezidaantii bulchiinsa mootummaa Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun Kabbadaa dabalatee hoggantoonni mootummaa federaalaa fi naannolee biroo maricharratti argamaniiru.

Marichi mata duree “obbolummaa sab-daneessaa nageenya waaraafi badhaadhina hundagaleessaaf !” jedhuun taa’amaa jira.

Bahayiluu Baaneetu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment