Magaalaa Roobeetti mariin nageenyaa gaggeeffame

Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Roobeetti mariin jiraattota magaalaa Roobee fi Godina Baalee hirmaachise gaggeeffame.

Marichi mata duree “Obbolummaa Sab-daneessa, Nageenyaa Waaraafi Badhaadhinaa Hunda Galeessaaf” jedhuun gaggeeffameera.

Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mohaammad fi Ittigaafatamaa Waajira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa dabalatee hoggantoonni olaanoo mootummaa Federaalaa fi naannolee, akkasumas Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee fi kutaaleen hawaasaa garagaraa maricharratti hirmaataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment