Magaalaa Roobeetti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyaan Birrii miiliyoona 2 olitti tilmaamu manca’e

Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Roobeetti balaa ibiddaa tasa qaqqabeen sheediin waldaalee qabeenya Birrii miiliyoona 2.2 tti tilmaamu mancaseera.

Balichi sheediin 7, miseensa waldaa 20 irratti balaa qaqqabisiiseera.

Balaan ibiddaa tasa qaqqabee kun hirmaanna hawaasaa fi caasaa nageenyaatiin to’amuu ragaan Waajjiira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa magaalaa Roobeerraa argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffan
Comments (0)
Add Comment