Magaalaa Naqamteetti mariin nageenyaa gaggeeffame

Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Naqamteetti mariin jiraattota magaalaa Naqamtee fi Godina Wallagga Bahaa hirmaachise gaggeeffame.

Marichi mata duree “Obbolummaa Sab-daneessa, Nageenyaa Waaraafi Badhaadhinaa Hunda Galeessaaf” jedhuun gaggeeffameera.

Pireezidaantii Itti Aanaa Naannoo Amaaraa Obbo Abduu Huseen, Ministir Deetaa Ministeera Maallaqaa Dooktar IyyoobTakkalinyi dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa federaalaa fi naannolee maricharratti argamaniiru.

Galaanaa Tasfaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment