Magaalaa Naqamteetti Hiriirri deeggarsaa gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti hirirrii deeggarsaa guyyaa yaadannoo Injifannoo Bitootessa 24 gaggeeffameera.
Hiriirichi mata ”Nageenya keenya ni eegganna, jijjiirama ni waaressina” jedhuun gaggeeffameera.
Jiraattoonni Magaalaa Naqamtee fi Godina Wallaggaa Bahaa Magaalaa Naqamteetti argamuun hiriira deeggarsaa kana gaggeessaniiru jedhame.
Galaanaa Tasfaatu gabaase.
Comments (0)
Add Comment