Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)-Godina Wallagaa Bahaa magaalaa Naqamteetti biiftuuwwan sadii har’a mul’ataniiru.
Har’a ganama naannawa sa’aatii 3:00tti biiftuun sadii kan muul’atan.
Taateen akkanaa kanaan dura Itoophiyaa keessatti mul’achiifi dhiisuunsaa qabatamaan beekamuu baatus Chaayinaatti yeroowwan baay’eedhaaf irra deddeebiin waan mul’atuuf taatichi haaraa ta’uu dhabuu ragooleen akka muul’dhisaan ragaan Waajjira Dhimmoota Komiikeeshinikii mootummaa magaalaa Naqamteerraa argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.