Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Boor magaalaa Mattuuti marii kutaa hawaasaa garaagaraa Godinaafi Magaalaa Mattuurraa walitti babba’an hirmaachise gaggeeffameera.
Marichi mata duree “Obbolummaa sabdaneessa nageenya waaraafi badhaadhina hunda galeessaaf!” jedhuun gaggeeffameera.
Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Gaambeellaa Obbo Umad Ujuluu, Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu dabalatee hoggantoonni olaanoon Mootummaa Federaalaa fi naannolee maricharratti argamaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.