Magaalaa Mattuutti manni amantaa Ortodoksii Mikaa’eelaa, Ayyaana Faasikaa sababeeffachuunn harka qalleeyyii kuma 2 ta’aniif deeggarsa taasiise

Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Boor Bulchiinsa Magaalaa Mattuutti manni amantaa Ortodoksii Qulqulluu Mikaa’eelaa, Ayyaana Faasikaa sababeeffachuunn harka qalleeyyii magaalichaa kuma 2 ta’aniif deeggarsa taasiiseera.

Itti Gaafatamaan Itti Aanaa Mana Amantaa Ortodoksii Ityoophiyaa Kutaa Lallaba Godina Iluu Abbaa Boor Luba Taakkalaa Daadhii, aadaan wal gargaarsaa harka qalleeyyii gargaaruu hawaasa keessatti eegalame cimee itti fufuu akka qabu dhaamaniiru OBN gabaasera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment