Magaalaa Maqaleetti tajaajilli baankii laatamu eegale

Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Sababa duula olaantummaa seeraa kabachiisuun adda citee kan turee tajaajjilli baankii magaalaa Maqaleetti eegaluu kantiibaan magaalicha obbo Ataakiltii Haayilasillasee beeksisan.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment