Magaalaa Kombolchaatti tajaajilli Humni elektirikaa eegalame

Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Magaalaa Kombolchaatti tajaajilli Humni elektirikaa eegalamuu Humni Elektirikii Ityoophiyaa beeksiise.

Hojiin Suphaa sarara daddabarsa humna Elektirikaa Magaalaa Kamisee hanga Kombolchaatti jiru xumuramuun tajaajila laachuu eegaluu dhaabbatichi ibseera.

Bifuma walfakkaatuun magaalaan Dassee tajaajila Humna Elektirikaa akka argatuuf hirmaannaa olaanaan taasiifamaa jiraachuu himameera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment