Magaalaa Jimmatti duullii dhaabbii biqiltuu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Magaalaa Jimmatti duulli dhaabbii biqiltuu gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera.

Duulicharratti Itti aanaan kantiibaa magaalichaa Injiinar Asraat Isheetuu, sagantaan Ashaaraa magariisaa dhiibbaa jijjirama qilleensaa hir’isuun dabalatatti miidhagina magaalaatiif gahee olaanaa qabaachuu dubbataniiru.

Akkasumas Bulchiinsa magaalaa Aggaarootis dhaabbiin biqiltuu Ashaaraa magariisaa gaggeffamaa jiraachuun ieerameera.

Muktaar Xahaa ,Na’imaa She Kaliifaa fi Amiinaa Abdallahtu gabaase

Comments (0)
Add Comment