Magaalaa Jimmaatti Ayyaanni Iid Al-Faxirii kabajamaa jira

Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Ayyaanni Iid Al-Faxir bara Hijiraa 1445ffaan paarkii Aweetuutti kabajamaa jira.

Hordoftoonni Amantaa Islaamaa Magaalaa Jimmaa fi naannawaa ishee fi Abbootiin Amantaa bakka argamanitti bifa ho’aan kabajamaa jiraachuu eerameera.

Abdurehmaan Mahammaditu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment