Magaalaa Jimmaatti ayyaana bara haaraa sababeeffachuun gabaan tibba ayyaanaa eegale

Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti ayyaana bara haaraa 2017 sababeeffachuun gabaan tibba ayyaanaa eegaluu Waajjirri Daldalaa magaalichaa beeksiise.

Oomishaaleen qonnaa fi indaastrii adda addaa gatii madaalawaan fayyadamtootaaf dhiyaachaa jiraachuu eerameera.

Gabaan Ayyaanaa kun Hagayya 30, 2016 hanga Qaammee 4, 2016tti kan itti fufuu ta’uu ibsameera.

Abdurahmaan Mahammaditu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment