Magaalaa Jimmaa, Shaggarii fi Adaamaatti guyyaan daneessummaa sosochii Ispoortii hundaan kabajame

Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Qaammeen 4, Guyyaan Daneessummaa mata duree “Daneessummaa keenya tokkummaafi nageenya waaraaf!” jedhuun kabajamaa jira.

Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti guyyaa daneessummaa sababeeffachuun sosochiin ispoortii hundaa gaggeeffameera.

Magaalaa Jimmaa fi Bulchiinsa magaalaa Shaggarittis Qaammeen 4, Guyyaan Daneessummaa sababeeffachuun sosochii ispoortii hundaa gaggeeffameera.

Sosochiin Ispoortii hundaa kanarratti hooggantootaa,hojjettoonni fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment